bildimaa
Appearance
Afaan Oromoo
Jecha durjireessa Afaan Oromoo irraa kan dhufe.
- Gosoota halluu diimaa keessaa kan dhufe.
Maqibsii
- jecha waan halluu bildimaa qabu ibsuuf fayyadu.
Bildimaa: #965578 , #826888
- Hiika Afaanota Biroon
bildimaa.
Halluuwwan dhaabbatoo (gulaali) |
adii - meeta - daalacha - gurraacha - boora - diimaa - arfaasee - warqee - keelloo - garsamii - magariisa - diimbiyyoo - cuquliisa - siddisee - dhiilgee - bildimaa - daammii - diimadii |