Jump to content

Obbo

Wiktionary irraa

kanaslaali : Ob, Aadde, Ab, Ad

Afaan Oromoo

[gulaali]
  • aankii kabajaa dhiira gaheessa tokkoo.
  • jecha afaan Oromoo durjireessa fi naannaa hundatti beekamu. Akkasumas baakkeewwan kibba oromiyaa fi keeniyaa keessatti Ab ni jedhama.

Cibra

  1. Dhiira maqaa dura oolchuun kabajaaf waaman.
  2. Obboleessa angafaa.


Bifunka ----

Gochimaan gaafa keenyu obboome, obboomeera ta'uu danda'a.