Jump to content

Oromoo

Wiktionary irraa

kanaslaali : Aadaa, Oromiyaa, Oromaayi

Afaan Oromoo

Wikipedia logo
Wikipedia logo
Wikipidiyaa irraa barruu qaba:

Xinjecha

  • Jecha Afaan Oromoo durjireessa ta'ee, Maqaa sabichaa kan ta'e.
  • Afaan sabichaa Afaan Oromoo jedhama.
  • Mootummaan naannoo isaa mootummaa naannoo Oromiyaa jedhama.

Haaldubbii ( OPA)  O- (1)-OR- (1)-RO- (1)-OM- (1)-MOO (1)

haala itti sagaleessan

-->


Cibra

noicon(file)
  1. Saba guddaa gaanfa Aafrikaa irra jiraatu.
  2. Saba guddaa sanyii Kuush keessaa dhalate. Kan maatii Afaanii Kuushtik dubbatu.

Hiika Ingiliffaan - Oromo

Dhalatoo jechaa