Ob

Wiktionary irraa
Gara kallatti ce'i Gara barbaadutti ce'i

kanaslaali :Ad, Obbo, Aadde

Afaan Oromoo

Xinjecha

Jechi kun jechaan jiraatee osoo hin taane, yeroo dhiyoo keessa bifunka gabaabaa jecha Obbo jedhuuti.


Cibra

qeenxee
Ob

danuu
Obwwan

  1. Aankii kabajaa kan maqaa dura oolee maqaa sanatti ulfina dabalu.

Fakkeenya - Ob. Leellisaan Haasaa Jaalatu.