kanaslaali : Obbo, Ob, Ad
- Afaan Oromoo keessatti jecha Obbo bakka buusuun Ab jechuun ni fayyadamu. Kibba Oromiyaa fi Keeniyaa keessatti baay'inaan ni fayuadamu.
Cibra
- Aankii kabajaa dhiira ga'eessa tokkoo (Loqoda Booranaa keessatti jechi Ab jedhu Obbo jechuuf ta'a.)
- Moggoyyaa - Ob, Obbo
- Hiika Ingiliffaan - Mr
- Sagalee gabaabaa isa lammaffaa atti aanee jiru.