Aankii

Wiktionary irraa
Gara kallatti ce'i Gara barbaadutti ce'i

kanaslaali : aankii, aangii

Afaan Oromoo

Xinjecha

Jecha Aangii jedhu irraa kan dhufe ta'ee, Kabaja ykn hojii nama tokkoo ibsuuf maqaa nama sanaa dura galuun kan fayyadu.


Cibra

qeenxee
Aankii

danuu
Aankiiwwan

  1. Kabaja ykn hojii nama tokkoo ibsuuf maqaa nama sanaa dura galuun kan fayyadu.

Fakkeenya - Obbo, Dub, Dokter, Piroofeeser