Dubree

Wiktionary irraa
Gara kallatti ce'i Gara barbaadutti ce'i

kanaslaali : Dub, Dar, Aadde

Afaan Oromoo

Xinjecha

jecha durba ykn kan hin heerumne jedhu irraa dhufe. Aankii Kabajaa maqaa dura dhufuun ulfina maqaa dabalu. Bifunka biraa Dub jedhuudha.


Cibra

qeenxee
Dubree

danuu
Dubreewwan

  1. Bifunka biraa Dub
  2. aankii kabajaa maqaa durbootaa dura galu.
    • Moggoyyaa - Dub, Shamarree
    • Hiika Ingiliffaan - Miss]
    • Fakkeenya - Durbee Ayyaantuu Ayyaanaatiif

Dhalatoo jechaa[gulaali]

* Durbummaa, Durboota, Durba, Durboomte, Dubartii