Dar

Wiktionary irraa
Gara kallatti ce'i Gara barbaadutti ce'i

kanaslaali : Aadde, Ad, Ab, Ob

Afaan Oromoo

Xinjecha

Jacha dargaggoo ykn dargaggeessa wayita bifa kottonfachiiftuun fayyadamnu.


Maqibsii

Dar (ibsa maqaa maalummaa)

  1. bifunka gabaabaa dargaggoo
  2. aankii Kabaja dargaggoo tokkoo ibsuuf maqaa dura aansuun kan itti fayyadamnu.

Fakkeenya - Dar. Caalaan sirba jaalata.