Dub

Wiktionary irraa
Gara kallatti ce'i Gara barbaadutti ce'i

kanaslaali : Durbee, shamarree, Aadde

Afaan Oromoo


Xinjecha

jecha durba ykn kan hin heerumne jedhu irraa dhufe. Aankii Kabajaa maqaa dura dhufuun ulfina maqaa dabalu. Bifunka biraa Dubree jedhuudha.


Cibra

qeenxee
Dub

danuu
Dubwwan

  1. Bifunka biraa Dubree
  2. aankii kabajaa maqaa durbootaa dura galu.
    • Moggoyyaa - Dubree, Shamarree
    • Hiika Ingiliffaan - Miss
    • Fakkeenya - Durbee Ayyaantuu Ayyaanaatiif

Dhalatoo jechaa[gulaali]

* Durbummaa, Durboota, Durba, Durboomte, Dubartii