Jump to content

Itoophiyaa

Wiktionary irraa

kanaslaali : Ethiopia

Afaan Oromoo

Xinjecha

Jecha Macaafaa keessaa kan dhufe ta'ee jecha Kuush jedhu irraa kan dhufe. Bifunka kabiraan Itiyoophiyaas ni jedhamti.


Cibra

  1. Nama fuula gurraachaa (Sudaan)
  2. Rippabliikii Federaalawaa Dimokraatawaa Itiyoophiyaa jedhamuudhaan kan beekamtu biyya Gaanfa Afrikaatti argamtu yoo taatu, erga Eertiraan irraa bara 1993 G.C. cittee booda biyya lafa qofaan marfamte taatee jirti.