Ethiopia

Wiktionary irraa
Gara kallatti ce'i Gara barbaadutti ce'i

kanaslaali : Itoophiyaa


Afaan Ingiliffaa

Xinjecha

Jecha macaafa qulqulluu kan Afaan Giriikii irraa dhufe. Kitaaba qulqulluu keessatti bakkoota Afaan Hebruun Kuush jedhamee barreeffame afaanota gara garaan wayita hiikamu Itoophiyaa ta'ee.


Maqaa

qeenxee
Ethiopia

danuu
Ethiopiawwan

  • Itoophiyaa (maqaa abaadaa)
  1. Nama fuula gurraachaa Afrikaa hunda(Kuush)