violate

Wiktionary irraa
Gara kallatti ce'i Gara barbaadutti ce'i

kanaslaali : viola, violation

Afaan Ingiliffaa

Xinjecha

  • violate

Hiika

  1. cabsuu (seera, waliigaltee fi kkf)
  2. bakka qulqulluu humnaan seenuu
  3. dubartii wajjin humnaan saalquunnamtil raaw'achuu


jechoota baruuf fedhii ati qabdu ni dinqisiifanna.