obboleettii

Wiktionary irraa
Gara kallatti ce'i Gara barbaadutti ce'i

kanaslaali : Aayyii, Obbolee, haadhoo

Afaan Oromoo

Xinjecha

Jechi Obboleettii jedhu jecha durjireessa Afaan Oromoo ta'ee dhalatoo jechaa obbolaa jedhu irraa dhufe.

Cibra

qeenxee
obboleettii

danuu
obboleettiiwwan

Obboleettii (lakkaa'amaa)

  1. Bifunka qeenxee obboleettiiwwaniiti.
  2. Dubartii ykn dhalaa namaa wajjin dhalatte.

Moggoyyaa - koodee Aayyii, Aadde