Aayyii
Appearance
kanaslaali : Obbolee, obboleettii, aadde, Aaddiyyee
Afaan Oromoo
Jecha afaan Oromoo durjireessa akka aankii kabajaa fi bamaqaatti fayyadu. Keessumaa loqoda Hargee keessatti baayyee beekamaa dha.
- aankii kabajaa durboota ykn dubartootaafis fayyaduu danda'u.
Fakkeenya - Aayyii, maqaa kee eenyu?
Moggoyyaa * Aaddilee, Aadde, Ad, Aaddiyyee