chamber

Wiktionary irraa
Gara kallatti ce'i Gara barbaadutti ce'i

kanaslaali : chamberlain, challenge

Afaan Ingiliffaa

Xinjecha
  • chamber

Hiika

  1. diinqa, gola siree
  2. kutaa abukaattoonni maamiltootasaanii itti dubbisan.
  3. galma miseensoonni paarlaamaa itti walitti qabaman.
  4. qaataa (bakka rasaasi qawwee taa'u)