challenge

Wiktionary irraa
Gara kallatti ce'i Gara barbaadutti ce'i

kanaslaali : chamber, chalk

Afaan Ingiliffaa

Xinjecha

  • challenge

Hiika

  1. hojii ulfaataa kan dandeettiin namaa ittiin qoratamu.
  2. morkii, dorgommii
  3. fuldura dhaabbachuu

Gochima

  1. afeeruu (morkii)
  2. dandeettii namaa qoruu