aadeffachiisuu
Appearance
kanaslaali : aadeffachuu, aadeffachiise, aaduu, aadeffachiisuun
Afaan Oromoo
- Jecha durjireessa Afaan Oromoo ta'ee hundee jechaa Aadaa jedhu irraa dhufe.
Dabalgochima
- hennaa hundaaf galuu kan danda'u.
- ramaddii hundaaf kan tajaajilu.
- Fakkeenya- Galaanee hojii aadeffachiisuu qabna.
Hiika
[gulaali]- Aadaa akka godhatan gochuu.
Hundee Jechaa "aadeffachiis "
|