aadeffachiise
Appearance
Afaan Oromoo
- Jecha Afaan Oromoo durjireessa ta'ee hundee jechaa Aadaa jedhu irraa kan dhufe.
Gochima
- Akka Aadaa godhatan ykn godha godhe.
- Hennaa darbe, dhiira, ramaddii sadaffaaf kan tajaajilu.
Fakkeenya
- Boonaan Boontuu hojii aadaffachiise.