aadaa

Wiktionary irraa
Gara kallatti ce'i Gara barbaadutti ce'i

kanaslaali : Duudhaa, Jifuu, Bartee, Barmaatilee

Afaan Oromoo

Wikipedia logo
Wikipidiyaa irraa barruu qaba:

Xinjecha

Jecha Afaan Oromoo Oromduroo irraa dhufeeru. 

Cibra

qeenxee
aadaa

danuu
aadaawwan ykn aadaalee

  1. Waan achii as dhuftee barsiifataan duudhaa uummanni tokko qabu.
  2. bifunka qeenxee Aadaawwan.
Dhalatoo jechaa

Hiika Afaanota Biroon
Globe.svg



Dabalgochima

  1. Nama aadu
    • Tolaan aadaa dha.
    • Boonsaan aadaa deema.
  2. a'a kan jedhu.
    • Boonsaan a'a jechaa deema.


Hiika Afaanota Biroon
Globe.svg


Dhalatoo jechaa