wattle

Wiktionary irraa
Gara kallatti ce'i Gara barbaadutti ce'i

kanaslaali : wattage, wave

Afaan Ingiliffaa

Xinjecha

  • wattle

Hiika

  1. muka qunceedhaan walitti qabsiifame (kan dallaa)
  2. foon mataa yookiin morma handaaqqoo fi simbirroo tokko tokko irra jiru


jechoota baruuf fedhii ati qabdu ni dinqisiifanna.