vodka

Wiktionary irraa
Gara kallatti ce'i Gara barbaadutti ce'i

kanaslaali : vociferously, vogue

Afaan Ingiliffaa

Xinjecha

  • vodka

Hiika

  1. dhugaatii alkoolii jabaa Raashiyaa fi Awurooppaa Bahaa keessatti oomishamu (midhaanii fi dinnicha irraa)


jechoota baruuf fedhii ati qabdu ni dinqisiifanna.