visa

Wiktionary irraa
Gara kallatti ce'i Gara barbaadutti ce'i

kanaslaali : virus, visage

Afaan Ingiliffaa

Xinjecha

  • visa

Hiika

  1. Viisaa, nami tokko biyya tokko akka galu, akka gad dhiisu, yookiin akka keessa darbuuf chaappaa paaspoortii irratti rukutamu


jechoota baruuf fedhii ati qabdu ni dinqisiifanna.