tutu

Wiktionary irraa
Gara kallatti ce'i Gara barbaadutti ce'i

kanaslaali : tutorial, tuxedo

Afaan Ingiliffaa

Xinjecha

  • tutu

Hiika[gulaali]

  1. wayaa dhagnatti maxxanu kan daalaltoonni baaleetii keewwatan

' jechoota baruuf fedhii ati qabdu ni dinqisiifanna.'