Jump to content

tribute

Wiktionary irraa

kanaslaali : tributary, trice

Afaan Ingiliffaa

  • tribute

Hiika

[gulaali]
  1. kabajaa qaban agarsiisuuf kennaa nama du'eef kennamu yookiin dhaamsa himamu
  2. kennaa duri akka galataatti mootummaan tokko mootummaa kan biraatiif kennu (waan eegumsi biyya isaatiif godhamef yookiin kabajaa qabu ibsuuf)

' jechoota baruuf fedhii ati qabdu ni dinqisiifanna.'