kanaslaali : tap, taper
- waan qalloo laastikii yookiin huccuu irraa tolfamu kan ittiin waa hidhan
- kirrii kaassetti
- waraqata kallattii tokko irraan waan akka haphee qabu kan ittiin waa walitti qabsiisan
- warcaa, waraphee
'
jechoota baruuf fedhii ati qabdu ni dinqisiifanna.'