tacit

Wiktionary irraa
Gara kallatti ce'i Gara barbaadutti ce'i

kanaslaali : tabulation, taciturn

Afaan Ingiliffaa

Xinjecha

  • tacit

Hiika[gulaali]

  1. utuu afaaniin hin dubbatiin waan tokkotti waliigaluu fi waliigaluu dhabuu isaa kan ibsu (fak. mataa raasuudhaan)

' jechoota baruuf fedhii ati qabdu ni dinqisiifanna.'