sump

Wiktionary irraa
Gara kallatti ce'i Gara barbaadutti ce'i

kanaslaali : sumo, sumptuous

Afaan Ingiliffaa

Xinjecha

  • sump

Hiika[gulaali]

  1. bakka injiinii jala jiru isa zayitii injinii qabatu
  2. uraa yookin qaawwaa karaa dhangala'aa balfaan dhangala'u

' jechoota baruuf fedhii ati qabdu ni dinqisiifanna.'