stray
Appearance
kanaslaali : strawberry, streak
Afaan Ingiliffaa
- stray
Hiika
[gulaali]- karaa isa sirrii yookiin miiltoo irraa maqanii deemuu (dogoggoraan)
- dhimma irratti mari'achuutti jiran dhiisanii waan kan biraa yaaduu
- kan bade (beeyladaaf)
- miiltoo isaa irraa addaan kan ba'e, bakka sirrii kan hin jirre