Jump to content

stick

Wiktionary irraa

kanaslaali : stew, steward, sticker

Afaan Ingiliffaa

  • stick

Hiika

[gulaali]
  1. ulee
  2. muka qoraanii
  3. dhadhaabbata
  4. ulee gabaabduu qindeessaan orkeestiraa harkatti qabatu

Gochima

  1. maxxansuu (waan akka hapheetiin)
  2. bakka jiranii socho'uu dhabuu, waan qabatan gad-dhiisuu diduu
  3. obsuu (keessattiyyuu waan namatti hin tolle)
  4. suuquu, waan tokko wayitti dhiibuu/galchuu, hudumuu

' jechoota baruuf fedhii ati qabdu ni dinqisiifanna.'