staple

Wiktionary irraa
Gara kallatti ce'i Gara barbaadutti ce'i

kanaslaali : stanza, stapler

Afaan Ingiliffaa

Xinjecha

  • staple

Hiika[gulaali]

  1. shiboo qallittii waraqata walitti ittiin qabsiisan
  2. oomisha gudguddaa biyyooti gara alaatti ergan yookiin daldalan
  3. nyaata idilee/muummee

Gochima

  1. waan tokko shiboodhaan walitti qabsiisuu

' jechoota baruuf fedhii ati qabdu ni dinqisiifanna.'