Jump to content

spot

Wiktionary irraa

kanaslaali : sportswear, spotless

Afaan Ingiliffaa

  • spot

Hiika

[gulaali]
  1. waan akka finniisaa darbee darbee dhagna irratti ba'u
  2. bakka
  3. coba, copha
  4. waan tuqaa fakkaatuu kan wantoota garaagraa irraa mul'atu
  5. dhaadhessa televizyinii fi reediyoo (yeroo gabaabaaf kan tamsa'u)

' jechoota baruuf fedhii ati qabdu ni dinqisiifanna.'