sponsor

Wiktionary irraa
Gara kallatti ce'i Gara barbaadutti ce'i

kanaslaali : sponging, spontaneous

Afaan Ingiliffaa

Xinjecha

  • sponsor

Hiika[gulaali]

  1. nama yookiin dhaabbata sagantaa reediyoo yookiin televizyinii maallaqa kaffalee hojjechiisu, qabata kanaatiin dhaabbata isaas beeksisu
  2. leenjii nama tokkootiif nama maallaqa kaffalu
  3. deggersa maallaqaa fi kanneen fakkaatan kan kennu

' jechoota baruuf fedhii ati qabdu ni dinqisiifanna.'