snoop

Wiktionary irraa
Gara kallatti ce'i Gara barbaadutti ce'i

kanaslaali : snooker, snooty

Afaan Ingiliffaa

Xinjecha

  • snoop

Hiika[gulaali]

  1. odeeffannoo argachuu yookiin waa qabuuf naannoo tokko iccitiidhaan keessa deemanii ilaalu, gaaduu

' jechoota baruuf fedhii ati qabdu ni dinqisiifanna.'