slack

Wiktionary irraa
Gara kallatti ce'i Gara barbaadutti ce'i

kanaslaali : slab, slacken

Afaan Ingiliffaa

Xinjecha

  • slack jecha Afaan Ingilizii

Maqibsii

  1. laafaa (hidhaa funyootif)
  2. kan gabaa baay'ee hin qabne (daldalaaf)
  3. dhibaa'aa

Gochima

  1. dhibaa'uu
  2. hojii baqachuu

Cibra

qeenxee
slack

danuu
slacks

  1. cabaa dhagaa cilee

' jechoota baruuf fedhii ati qabdu ni dinqisiifanna.'