server

Wiktionary irraa
Gara kallatti ce'i Gara barbaadutti ce'i

kanaslaali : serve, service

Afaan Ingiliffaa

Xinjecha

  • server

Hiika[gulaali]

  1. sagantaa komputarii kan komputaroota biraatti odeeffannoo tamsaasu yookiin kan odeeffannoo to'atu.
  2. meeshaa buddeen qabanii ittiin namaaf kennan

' jechoota baruuf fedhii ati qabdu ni dinqisiifanna.'