secure

Wiktionary irraa
Gara kallatti ce'i Gara barbaadutti ce'i

kanaslaali : secularize, secured

Afaan Ingiliffaa

Xinjecha

  • secure

Hiika

  1. kan hin yaaddeessine, kan hin sodaachifne
  2. amansisaa, waabdii kan qabu

Gochima

  1. argachuu
  2. jabeessuu, sirriitti qabsisuu


jechoota baruuf fedhii ati qabdu ni dinqisiifanna.