scramble

Wiktionary irraa
Gara kallatti ce'i Gara barbaadutti ce'i

kanaslaali : scram, scrap

Afaan Ingiliffaa

Xinjecha

  • scramble

Hiika

  1. waan tokko argachuf kanneen biroo wajjin qabsoo qabuu yookiin dorgomuu
  2. waliin makuu
  3. hanqaaquu dhahanii waliin makuu.
  4. gargaarsa namaaf gochuuf asiif achi wawarraaquu.


jechoota baruuf fedhii ati qabdu ni dinqisiifanna.