sap

Wiktionary irraa
Gara kallatti ce'i Gara barbaadutti ce'i

kanaslaali : Santa Claus, sapient

Afaan Ingiliffaa

Xinjecha

  • sap

Hiika

  1. dhangala'aa biqiltuu keessa jiru kan nyaata biqiltichaa baatee deemu
  2. nama raatuu salphaadhumatti gowoomu

Gochima

  1. waan tokko suuta dhabamsiisuu


jechoota baruuf fedhii ati qabdu ni dinqisiifanna.