sanctuary

Wiktionary irraa
Gara kallatti ce'i Gara barbaadutti ce'i

kanaslaali : sanctity, sanctum

Afaan Ingiliffaa

Xinjecha

  • sanctuary

Hiika

  1. bakka qulqulluu (kan akka bataskaanaa fi masgiidaa)
  2. simbirroolee fi bineeldonni garaagaraa akka keessatti wal horaniif bakka daangeeffame (eegumsi kan godhamuuf)


jechoota baruuf fedhii ati qabdu ni dinqisiifanna.