salon

Wiktionary irraa
Gara kallatti ce'i Gara barbaadutti ce'i

kanaslaali : salmonella, saloon

Afaan Ingiliffaa

Xinjecha

  • salon

Hiika

  1. bakka namooti rifeensa isaanii itti wal qixxeeffatanii fi shashaqatan
  2. bakka namooti bebbeekamoon itti wal argan
  3. kutaa keessummaa itti simatan


jechoota baruuf fedhii ati qabdu ni dinqisiifanna.