revival
Appearance
kanaslaali : revitalize, revive
Afaan Ingiliffaa
- revival
Hiika
[gulaali]- haala waan tokkoo fooyyessuu, dandamachuu
- waanti badee ture tokko deebi'ee akka lubbuu horatu gochuu
- diraamaa haaraa addaan citee ture deebisanii agarsisuu