reserve
Appearance
kanaslaali : reservation, reserved
Afaan Ingiliffaa
- reserve
Hiika
[gulaali]- qusachuu
- iddoo qabuu (makiinaa, xiyyaaraa fi kkf keessatti)
- booda itti fayyadamuf waan ol kaa'ame
- lafa addatti daangeeffame
- of qusachuu
kanaslaali : reservation, reserved