Jump to content

relief

Wiktionary irraa

kanaslaali : relic, relieve

Afaan Ingiliffaa

Xinjecha

  • reliet

Hiika[gulaali]

  1. waan jibbisiisaa yookiin gaddisiisaa ta'e irraa waan nama boqochiisuu
  2. gartuu poolisootaa yookiin gartuu loltootaa kan gartuulee isaanii hojii irra jijjiiranii iddoo isaanii eegumsa raaw'atan
  3. garaagarummaa dheerina isaaniitiin kan ka'e addaddummaa tulluuwwan garaagaraa giddutti mul'atu
  4. gargaarsa nyaataa, horii, qallabaa fi kk fakkaatanii

' jechoota baruuf fedhii ati qabdu ni dinqisiifanna.'