realize

Wiktionary irraa
Gara kallatti ce'i Gara barbaadutti ce'i

kanaslaali : realization, really

Afaan Ingiliffaa

Xinjecha

  • realize

Hiika[gulaali]

  1. hubachuu
  2. hojii irra oolchuu, dhugoomsuu (waan yaadan)
  3. qabeenyaa gurguruudhaan gara maallaqaatti geeddaruuu
  4. waan tokko gurguranii maallaqa argachuu

' jechoota baruuf fedhii ati qabdu ni dinqisiifanna.'