rake

Wiktionary irraa
Gara kallatti ce'i Gara barbaadutti ce'i

kanaslaali : raisin, rally

Afaan Ingiliffaa

Xinjecha

  • rake

Hiika[gulaali]

  1. harataa lafa ittiin qulleessan kan fixee irraa sibiila quba fafakkaatan qabu
  2. sooressa halalee (kan ulfina isaa hin eegne)

Gochima

  1. haruu, qulleessuu

' jechoota baruuf fedhii ati qabdu ni dinqisiifanna.'