Jump to content

project

Wiktionary irraa

kanaslaali : prohibitive, projectile

Afaan Ingiliffaa

  • project

Hiika

[gulaali]
  1. kaayyoo tokko galmaan ga'uuf hojii of eeggannoodhaan karoorfamee hojjetamu
  2. waraqata qu'annoo barataa yunivarsiitii/kolleejjiitiin hojjetamee dhihaatu.

Gochima

  1. karoorsuu (sochii, hojii)
  2. tilmaamuu (guddina hammamtaa.. waan tokko)
  3. furgiggisuu, murxuxxisuu
  4. ifi, gaaddisii fi kkf way irra akka bu'an gochuu

' jechoota baruuf fedhii ati qabdu ni dinqisiifanna.'