pretender

Wiktionary irraa
Gara kallatti ce'i Gara barbaadutti ce'i

kanaslaali : pretend, pretension

Afaan Ingiliffaa

Xinjecha

  • pretender

Hiika[gulaali]

  1. fakkeessaa, fakkeessituu, waan hin qabne qaba jedhee kan nama gowwoomsu

' jechoota baruuf fedhii ati qabdu ni dinqisiifanna.'