palaeontology

Wiktionary irraa
Gara kallatti ce'i Gara barbaadutti ce'i

kanaslaali : palaeolithic, palatable

Afaan Ingiliffaa

Xinjecha

  • palaeontology

Hiika[gulaali]

  1. wantoonni lubbuu qaban dachee irra jiraachuu yoom akka jalqaban beekuuf qu'annoo lafee biyyoo keessatti awwaalame irratti adeemsifamu

' jechoota baruuf fedhii ati qabdu ni dinqisiifanna.'