override

Wiktionary irraa
Gara kallatti ce'i Gara barbaadutti ce'i

kanaslaali : overreach, overripe

Afaan Ingiliffaa

Xinjecha

  • override

Hiika[gulaali]

  1. aangoo qabaniin waanta namooti kan biroon murteessan duubatti dhiibuu, mormii ka'uufis iddoo kennuu dhabuu

' jechoota baruuf fedhii ati qabdu ni dinqisiifanna.'