observation

Wiktionary irraa
Gara kallatti ce'i Gara barbaadutti ce'i

kanaslaali : object, stuff, observant, observatory

Afaan Ingiliffaa

Xinjecha

  • observation

Hiika[gulaali]

  1. qalbifannaa, hubannaa
  2. waan argan yookiin dhagaa'an ilaalchisee taajjabbii kan mataa ofii barreeffamaan kaa'ame.

' jechoota baruuf fedhii ati qabdu ni dinqisiifanna.'